Kemer Yusuf and ababa abeshu
(Maximum Size:1139)
By: Leelloo
1 month ago
Ani barataa Yuunibarsitii Finfinnee ti.Yeroo muraasa keessa sirba maxxansuuf jedhee spoonsera dhabee rakkadhe."Gareen garasheetti jennaan fal''aanni hokkoo ofitti haate" jedhama mitiiree? anis kanaafan gorsaa fi deggersa isiniif danda''muun na cina dhaabadhaa jedhee dhaamsa lammummaa isiniin ga''achuu fedhe.Email.:leelgadaa@yahoo.com(adamu.pharm.aau@gmail.com)Lakk.Bil 251 913 967318
Reply